Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1. Telegram channel photo

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

Lammiin barate Mirgasaa gaafata.

550

Last views

5k (4,989 subscribers)
Members
—
Rating
40
Total Posts
Oct 15, 2026, 11:15 AM
Updated
Apr 9, 2026
Created
Stats

Sie sehen Inhalte auf Deutsch. Um Inhalte in anderen Sprachen zu sehen, ändern Sie die Sprache der Website.

Channel Information

Channel Information
Channel NameMana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.
Username@generaltadessebiruonlineteaching
CategoryPinay Inhalte
LanguageDeutsch
CountryDeutschland
Members4,989
Channel TypePublic Channel
Created9. Apr. 2026
Last Updated15. Okt. 2026 • vor 6 Tagen
StatusActive

Ranking

Global Ranking
#81812+386
Language Ranking
#1468No change
Category Ranking
#865+2

Participant Growth

Total: 5.0K30 Days growth: +1433%
09/1609/2109/2610/0110/0610/1110/15
Participant Growth - 30 Days
DateSubscribers
16:09:20264,846
17:09:20264,846
18:09:20264,923
19:09:20264,923
20:09:20264,923
21:09:20264,923
22:09:20264,923
23:09:20264,923
24:09:20264,923
25:09:20264,923
26:09:20264,923
27:09:20264,923
28:09:20264,923
29:09:20264,923
30:09:20264,923
01:10:20264,923
02:10:20264,923
03:10:20264,923
04:10:20264,923
05:10:20264,923
06:10:20264,923
07:10:20264,923
08:10:20264,923
09:10:20264,923
10:10:20264,923
11:10:20264,923
12:10:20264,923
13:10:20264,923
14:10:20264,923
15:10:20264,989
Participant Growth - Weekly
DateSubscribers
Week of 06:04:20264,735
Week of 13:04:20264,735
Week of 20:04:20264,735
Week of 27:04:20264,710
Week of 04:05:20264,710
Week of 11:05:20264,694
Week of 18:05:20264,694
Week of 25:05:20264,694
Week of 01:06:20264,694
Week of 08:06:20264,691
Week of 15:06:20264,691
Week of 22:06:20264,691
Week of 29:06:20264,750
Week of 06:07:20264,750
Week of 13:07:20264,750
Week of 20:07:20264,750
Week of 27:07:20264,750
Week of 03:08:20264,794
Week of 10:08:20264,794
Week of 17:08:20264,792
Week of 24:08:20264,825
Week of 31:08:20264,825
Week of 07:09:20264,846
Week of 14:09:20264,923
Week of 21:09:20264,923
Week of 28:09:20264,923
Week of 05:10:20264,923
Week of 12:10:20264,989
Participant Growth - Monthly
DateSubscribers
April 20264,710
May 20264,694
June 20264,691
July 20264,750
August 20264,825
September 20264,923
October 20264,989
Participant Growth - Yearly
DateSubscribers
20264,989

Latest Posts

Barsiisoota mana barumsaa keenya hundaaf

Sagantaan barnootaa kan jijjiramu guyyaa kibxataa(10/02/2019) irraa kaasee waan ta'ee barsiisaan kamiyyuu qisaasa'ina wayitii malee haaluma kana duraan barsiisuu akka qabdan cimsinee isin hubachiisna.
550003
Photo1/20
Uummanni oromoo barachuu qaba namni barate mirgasaa gaafata🇪🇹🇪🇹🇪🇹Jeneraal Taaddasaa Birruu🇪🇹🇪🇹🇪🇹
Mana barumsa gootichaatti mariin maatii barattootaa gaggeeffameera🇪🇹
Mana barumsa Jenaraal Taaddasaa birruu sad.1ffaan duraa sad.1ffaa fi giddu galeessa lakk.1tti marii maatii barattootaa waliin matadureewwan:-
1. Karoora KPI (karoora mana barumsaa) bara  2019
2. Karooraa fi raawwii istiraateejii barnoota afaan Ingiliizii fi herreegaa bara 2019
3. Karoora Hirmaannaa hawaasaafi misooma bara 2019
4. Karoora fooyya'iinsaqabxii barataa kutaa 6ffaa fi 8ffaa bara 2019
5. Karoora rakkoo bulchiinsa gaariifi hojimaata badaa
6. Hubannoo tamsaasa tel.barnoota afaan Ingiliizii fi herregaa
7. Koree GMB haaraa filachuu
8. Gabaasa hojii kurmaana 1ffaa
Irratti mariin qophaa'ee jira.
🇪🇹🇪🇹Hoogganaan mana barumsaa obbo Dhaabaa Tarrafaa karoora hojii mana barumsaa irratti fi raawwii gabaasa kurmaana 1ffaa irratti gabaasa bal'aa dhiheessanii jiru🇪🇹. Waluma gala mormii tokko malee ajandaa armaan olii irratti mari'atame xumuuramee jira.
980009
Guyyaa 22/12/2018
           BEEKSISA
Dhimmi :- Guyyaa Qormaata
Barattoota Kutaa 8 Bultii Addaa Beeksisuu Ilaala
Barattootni bara 2018 qormaata kutaa 8ffaa fudhattanii qabxii Olaanaa Fiduun Beeksisa Biiroon Barnoota Oromiyaa Manneen Barnootaa Bultii addaaf baase irratti Galmooftan hundi Hagayya 26/2018 Mana Barumsaa Bultii Addaa Barattoota Dhiiraa Galaanitti argamtanii akka qoramtan ni beeksifna.
Hub Qormaatni Online Wan Kennamuuf Gaafa Guyyaa 25/ 12/2018 Warqaa Eenyummaa Keessan Qabattanii Bakka Jedhametti argamuun akka Shaakaltan Jedhamee Jira.
2,1500013
Guyyaa 17/12/2018            BEEKSISA Barsiisotaa fi Hojjettoota M/brumsa Keenyaa Hundaaf Dhimmi: -Lakkoofsa Herrega Baankii Akka Saaqqatta Beeksisuu Ilaala Kallattii Biiroon Faayinaansii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Gadi Buuseen Ji'a Hagayyaa Bara 2018…
2,820007
Barattootaa fi maatii barattootaa kutaa 8ffaa hundaaf

Barattoota kutaa 8ffaaf tranfer(promotion) waan hojjetamaa jiruuf iddoo barattoonni keessan barachuu barbaadan akka nu beeksiftan cimsinee isin hubachiisna, yookiin garuu barattoonni hundi gara mana barumsa Jeneraal Taaddasaa Birruu sad.2ffaatti kan transfer ta'an ta'uu akka beektan cimsinee isin hubachiisna.

MB
2,750008
Guyyaa 17/12/2018
           BEEKSISA
Barsiisotaa fi Hojjettoota M/brumsa Keenyaa Hundaaf
Dhimmi: -Lakkoofsa Herrega Baankii Akka Saaqqatta Beeksisuu Ilaala
Kallattii Biiroon Faayinaansii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Gadi Buuseen Ji'a Hagayyaa Bara 2018 irraa eegalee Miindaan Hojjettootaa karaa Baankii Sikkeet Waan Kaffalamuuf Baankii Sikket Damee Paaster Deemuun Lakkoosa Herrega Baankii Haga Guyyaa 22/12/2018 akka Saaqqattan/Banattan ni Beeksifna.
2,5200011
Guyyaa 06/12/2018
           BEEKSISA
Maatii Barattootaa STD(KG) Hundaaf
Dhimmi: -Waamicha Wal Ga'ii Ilaala
Maatii Barattoota Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu STD(KG) Waliin Haala Qabiinsaa fi kunuunsa Daa'immanii irratti Mareen Sadarkaa Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinneetti Qophaa'ee Waan Geggeeffamuuf Gaafa 08/12/2018 (Jimaata) Ganama Sa'aatii 2:300 tti Mooraa Mana Barumsaa Keessatti Argamuun Maree kana irratti akka hirmaattan ni Beeksifna.
3,8400021
‎ሰላም እንደምን አላችሁ። የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር መምህራን ማህበር የ2018 ዓ.ም የ6ኛውን ዙር የትምህርት ጥራት ኮንፍረስ በቅርቡ ያካሂዳል ።ስለሆነም የትምህርት ቤት መምህራን ማህበር ስብሳቢዎች ይህንን አውቃችሁ ለኮሌጅ አሰልጣኞች፣ ለመምህራን፣ ለሱፐርቫይዘሮች እና ርዕሳነ  መምህራን ከታች ከተዘረዘሩት የጥናት እና ምርምር ርዕሶች ወይም ተዛማች በሆኑ ርዕሶች(It can be Action or Basic Research) ዙርያ ጥናታቸውን እንዲያቀርቡ ዕድሉን እንዲያገኙ መልዕክቱን ወደየ ትምህርት ቤቶች እንድታወርዱ ስንል ልናሳስብ እንወዳለን።
‎ጥናቶቹ በአማርኛ፣ በአፋን ኦሮሞ ወይም በእንግሊዝኛ የተሰሩ ሊሆኑ ይችላሉ።
‎   * ጥናቶቹን እስከ 19/08/2018ዓ.ም  ክ/ከ/መ/ማህበር ቢሮ ገቢ እንድታደርጉ ልናሳውቅ እንወዳለን።
1,940001

Showing 30 of 40 posts

Rating

Login required

Frequently Asked Questions

Worum geht es im Telegram-Kanal Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.?+

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1. (@generaltadessebiruonlineteaching) ist ein Telegram-Kanal in der Kategorie Pinay Inhalte auf tgdio. Ranking, Bewertungen, Reviews und aktuelle Posts helfen vor dem Abonnieren. Aktuell etwa 4.989 Abonnenten auf tgdio.

Wie trete ich Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1. (@generaltadessebiruonlineteaching) auf Telegram bei?+

Öffnen Sie das Profil auf tgdio und nutzen Sie Join / Open in Telegram, um @generaltadessebiruonlineteaching kostenlos zu abonnieren.

Ist Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1. ein guter Pinay Inhalte-Kanal?+

Auf tgdio können Sie Bewertung, Reviews, Ranking und Posts von Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1. prüfen. Aktuell etwa 4.989 Abonnenten auf tgdio. Vergleichen Sie mit ähnlichen Pinay Inhalte-Kanälen.

Wo sehe ich Stats und Beiträge von Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.?+

Auf tgdio öffnen Sie @generaltadessebiruonlineteaching für Abonnenten-Stats, Ranking, Bewertungen und Posts. Stats zeigt Wachstum.