JECHOOTA HAYYOOTA Telegram channel photo

JECHOOTA HAYYOOTA

@jechootahayyootaPublic Channel

Channel kana baanuf kanaan murtesse dhalli nama jireenya Isa guutuu waan gaarii hojjete itti gamadu Caalaa waan tokkole hojjechu akka hin dandenye waanan hubadhefii!!!!! YOUTUBE KEENYA ARGACHUUF 👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/p51FnhhOuDY

WebserienDeutschDeutschland

1.4k

Last views

13.1k (13,104 subscribers)
Members
—
Rating
42
Total Posts
Oct 16, 2026, 10:12 PM
Updated
Apr 21, 2026
Created
Stats

Sie sehen Inhalte auf Deutsch. Um Inhalte in anderen Sprachen zu sehen, ändern Sie die Sprache der Website.

Channel Information

Channel Information
Channel NameJECHOOTA HAYYOOTA
Username@jechootahayyoota
CategoryWebserien
LanguageDeutsch
CountryDeutschland
Members13,104
Channel TypePublic Channel
Created21. Apr. 2026
Last Updated16. Okt. 2026 • vor 5 Tagen
StatusActive

Ranking

Global Ranking
#55565+269
Language Ranking
#1004No change
Category Ranking
#1535+10

Participant Growth

Total: 13.1K30 Days growth: +6555.3%
09/1709/2209/2710/0210/0710/1210/16
Participant Growth - 30 Days
DateSubscribers
17:09:202612,449
18:09:202612,449
19:09:202612,617
20:09:202612,617
21:09:202612,617
22:09:202612,617
23:09:202612,617
24:09:202612,617
25:09:202612,617
26:09:202612,617
27:09:202612,617
28:09:202612,617
29:09:202612,617
30:09:202612,617
01:10:202612,617
02:10:202612,617
03:10:202612,617
04:10:202612,617
05:10:202612,617
06:10:202612,617
07:10:202612,617
08:10:202612,617
09:10:202612,617
10:10:202612,617
11:10:202612,617
12:10:202612,617
13:10:202612,617
14:10:202612,617
15:10:202612,617
16:10:202613,104
Participant Growth - Weekly
DateSubscribers
Week of 20:04:202611,425
Week of 27:04:202611,425
Week of 04:05:202611,505
Week of 11:05:202611,505
Week of 18:05:202611,505
Week of 25:05:202611,505
Week of 01:06:202611,505
Week of 08:06:202611,505
Week of 15:06:202611,505
Week of 22:06:202611,505
Week of 29:06:202611,505
Week of 06:07:202612,135
Week of 13:07:202612,135
Week of 20:07:202612,135
Week of 27:07:202612,135
Week of 03:08:202612,135
Week of 10:08:202612,135
Week of 17:08:202612,143
Week of 24:08:202612,143
Week of 31:08:202612,280
Week of 07:09:202612,449
Week of 14:09:202612,617
Week of 21:09:202612,617
Week of 28:09:202612,617
Week of 05:10:202612,617
Week of 12:10:202613,104
Participant Growth - Monthly
DateSubscribers
April 202611,425
May 202611,505
June 202611,505
July 202612,135
August 202612,280
September 202612,617
October 202613,104
Participant Growth - Yearly
DateSubscribers
202613,104

Latest Posts

JECHOOTA HAYYOOTA logo
JECHOOTA HAYYOOTA

16. Okt. 2026, 21:11

AKKA DANDEESSU AMANII!!
******
Keessoo kee keessaa bakka ni danda'ama jedhe ofitti amanuu dirqama qabadhu.

Akka dandeessu amanuuf
~~~~~
Mul'ata keen eegalii.
Ofitti-amanamummaa itti dabalii, amantaa siif ta'aa.
Ofii kee of-kennii, mil'uu kaayyoo keetii.
Gocha/ hojimata itti dabalii qaamaa jireenyaa siif ta'aa.
Murtoo dhaabbataa fi yeroo qabadhuu, mul'ata kee dhugaa siif godha.

Yeroo karaan dhiphoo sitti ta'uu fi waanti hundi faallaa yaada kee ta'uu yeroo muraasa iyyuu harka hin laatiin, abdii hin kutatiin. Yeroo kanaa bakki fi yeroon kan keeti.

#join / #Share
@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
1,4200025
JECHOOTA HAYYOOTA logo
JECHOOTA HAYYOOTA

11. Okt. 2026, 04:52

Iccitiin jiraachuu dhala namaa lubbuun turuu qofa osoo hin taane, waan jiraatuuf argachuu keessa jira.

—Fyodor Dostoevksy
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
2,8200032
JECHOOTA HAYYOOTA logo
JECHOOTA HAYYOOTA

11. Okt. 2026, 04:49

Namni abdii kutatu carraa hunda keessatti rakkina arga; namni abdii qabu rakkina hunda keessatti carraa arga.

-Winston Churchill
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
2,5800027
JECHOOTA HAYYOOTA logo
JECHOOTA HAYYOOTA

11. Okt. 2026, 04:48

Ati nama biraa waliin of hin madaalin.
Daandii kee irratti guddadhu, yeroo kee eegadhu, akkuma of taateetti ifii mulladhu.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
2,5000018
JECHOOTA HAYYOOTA logo
JECHOOTA HAYYOOTA

06. Okt. 2026, 16:36

ILAALCHAA ( ATTITUDE)
#################

Ilaalchii riqicha milkaa'inati

Jireenyaa gaarii qabachuurraa ilaalchaa gaarii qabachuu wayya.

Ilaalchaa jechuun waan alaa nutti dhufuu osoo hin taane waan keessaa keenyaa maddudha.
Ilaalcha namni siif qaburra ilaalchaa ati ofii keetif qabduttu sii milkeessaa kanaaf jecha namaaf iddoo itti hin laatin

Amma yeroo bara haaraa kabajnu, barri kun kan nagaa, jalaala, milkaa'ina isinif haa ta'u jedhama garuu akkas miti yoo ilaalchaa nagaa, ilaalchaa jalaala, ilaalchaa milkaa'ina qabannee Malee barri haaraan deebi'e isuma kalessa ta'a ✓ moofaa

Kanaaf ilaalchaa keenyaa har'a kanaa haa dhaggeeffannu, ilaalchaa boodatti hafaa of keessaa baasnee isaa gaariin bakka haa buusnuu

"KALEEESSI DU'EERA, BOR HIN DHALANNE; JIRAACHUUF GUYYAAN NUTTI QABNU HAR'A DUWWAADHA" Jechan baayyee jaalladhuu

Forward gochu hin dagatiin
JOIN 👇
@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA

GALATOOMA🙏🙏
3,9400034
JECHOOTA HAYYOOTA logo
JECHOOTA HAYYOOTA

06. Okt. 2026, 04:29

KENNA AJA'IBAA.

✓Guyyaan har'a maqaa isaatu wiixata yookiin kibxataa jedhame malee (akka lakkaa'uuf nuuf mijatuttii), tasuma iyyuu guyyaa kanaan dura dhufee hin beeknee fi guyyaa adda ta'edha.
✓ Waanti nuti jireenyaa keenya keessatti akka kenna haaraatti guyyaa guyyaan argannuu, guyya kabajama kan bakka buusaa hin qabne kan sa'aatii digdamii afuriif nuuf kennameedha. Kenna aja'ibaa.

✓obboleessa koo kenna kee guyyaa guyyaan siif kennama jiru kanaa hunda Isa (sa'aatii 24nu) itti fayyadama jirtamoo? moo filateetu, borisoo Kenna biraan qaba jette muraasaa Isa qofa itti fayyadama jirta?.

✓Adduunya jiijjiramaafi Saba bal'aa biliyyoonotaan lakka'amu qabatte jirtu keessa namoonni akka kennan kun guyyaa guyyaan isaani kennama jiru beekaan baayyee muraasaadha. Isaan garuu warra Addunyaa kanaa dinagdeedhan, siyaasaa fi haariroo gaarii umuudhan harka isaanii keessa galfatanii baayye fagatanidha.

✓Kanaaf obboleessa koo kenna kee kanaa atis akka qoosaatti hin ilaaliin, guyyaa siif keennamttee kanatti sababa akka ati hin fayyadamnee si godhan caalaa kan akka ati itti fayyadamtuuf haala siif mijeessan hedduu qabda garuu haalota mijaatoo sanaa akka ati hin arginee si danqee golga kan sitti ta'ee dukkanaa balaafamaa "DHIBAA'UMA FI YEROON QABA jette yaaduukeedha.

,✓ Kan golga kana ofirraa kaasuu danda'u immoo si'ii fi si qofaadha. Kanaaf #dhibaa'umaa kee #kutannaan akkasumas #yeroon_qaba jette isaa yaadduu immoo yeroo kee hunda #schedule gochuun guyyaa siif laatameetti fayyadamii.... jijjiramaa jireenyaa kee irratti dhufuniis of fooyyeessa adeemi.

"GUYYAAN HAR'A KUN NI DARBA, BU'AAN ATI GUYYAA HAR'A BUUFFATTE GARUU SI WALIIN DARBEE ADEEMA"

Join 👇
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
3,0000017
JECHOOTA HAYYOOTA logo
JECHOOTA HAYYOOTA

04. Okt. 2026, 21:02

𝗬𝗲𝗿𝗼𝗼 𝗮𝘁𝗶 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗳𝗮𝗴𝗮𝗮𝘁𝘁𝘂, 𝗱𝗮𝗮𝗻𝗱𝗶𝗶𝗻 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮’𝗶𝗻𝗮 𝗸𝗲𝗲𝘁𝗶𝗶𝘀 𝗶𝗳𝗮𝗮 𝗳𝗶 𝗯𝗮𝗹’𝗮𝘁𝗮𝗮 𝘁𝗮’𝗮𝗮 𝗱𝗲𝗲𝗺𝗮.
𝗫𝘂𝗺𝘂𝗿𝗮 𝗶𝗿𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗵𝘂𝗺𝗻𝗶 𝗴𝗮𝗮𝗿𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮 𝗵𝘂𝗺𝗻𝗮 𝗹𝗮𝗮𝗳𝗮𝗮 𝗺𝗶𝘁𝗶; 𝗵𝘂𝗺𝗻𝗮 𝘀𝗮𝗺𝗺𝘂𝘂 𝗳𝗶 𝗾𝗮𝗹𝗯𝗶𝗶 𝗰𝗶𝗺𝗮𝗮 𝗱𝗵𝗮. 𝗔𝘁𝗶 𝘆𝗼𝗼 𝗼𝗳𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗮𝗺𝗮𝗻𝘁𝗲𝗲, 𝗼𝗯𝘀𝗶𝘁𝗲𝗲, 𝗺𝘂𝗿𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼 𝗳𝗶 𝗰𝗶𝗰𝗵𝗼𝗼𝗺𝗶𝗻𝗮𝗮𝗻 𝗮𝗱𝗲𝗲𝗺𝘁𝗲, 𝗵𝗮𝗺𝗺𝗲𝗲𝗻𝘆𝗶 𝗻𝗮𝗺𝗮 𝗯𝗶𝗿𝗮𝗮 𝘀𝗶 𝗱𝗵𝗮𝗮𝗯𝘂 𝗵𝗶𝗻 𝗱𝗮𝗻𝗱𝗮’𝘂. 𝗚𝗮𝗮𝗿𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮 𝗸𝗲𝗲 𝗲𝗲𝗴𝗶, 𝘀𝗮𝗺𝗺𝘂𝘂 𝗸𝗲𝗲 𝗾𝘂𝗹𝗾𝘂𝗹𝗹𝘂𝘂 𝘁𝘂𝗿𝘀𝗶, 𝗻𝗮𝗺𝗼𝗼𝘁𝗮 𝘀𝗶𝗿𝗿𝗶𝗶 𝗵𝗶𝗻 𝘁𝗮𝗮𝗻𝗲𝗲 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗳𝗮𝗴𝗮𝗮𝗱𝗵𝘂. 𝗔𝗸𝗸𝗮𝘀𝗶𝗶𝗻, 𝗱𝗮𝗮𝗻𝗱𝗶𝗶𝗻 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮’𝗶𝗻𝗮 𝗸𝗲𝗲𝘁𝗶𝗶𝘀 𝗴𝗮𝗹𝗺𝗮 𝗶𝘀𝗮𝗮 𝘀𝗶 𝗴𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮.

@JECHOOTAHAYYOOTA
3,6200038
JECHOOTA HAYYOOTA logo
JECHOOTA HAYYOOTA

04. Okt. 2026, 21:00

Lafa hunduma waan hunda fakkaattee kan qubattu yoo ta’e ati madda furmaataa osoo hin taane madda rakkooti.

Sareen re’ee fuuldura ishee adeemtuun "eegee kee gad qabi" jette jedhaan mitiree? 𝗢𝗳 𝗵𝗶𝗻𝗮𝗿𝗴𝗶𝗻𝗲𝗲𝗻 𝗴𝗮𝗹𝗴𝗮𝗹𝗹𝗶 𝗴𝗮𝗻𝗮𝗺𝗮 𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗳𝗮𝗸𝗸𝗮𝗮𝘁𝗮. Of beekuufi eessa akka deemnu beekuun ogummaadha. 𝗦𝗮𝗿𝗮𝗿𝗿𝗶 𝗱𝗵𝗲𝗲𝗿𝗮𝗮𝗻 𝗶𝘆𝘆𝘂𝘂 𝘁𝘂𝗾𝗮𝗮 𝘁𝗼𝗸𝗸𝗼 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗲𝗲𝗴𝗮𝗹𝗮; 𝗸𝘂𝗻 𝗶𝗺𝗺𝗼𝗼 𝘁𝗮𝗮𝘁𝗲𝗲 𝗴𝘂𝗱𝗱𝗶𝗻𝗮 𝘂𝘂𝗺𝗮𝗺𝗮𝗮𝘁𝗶. Humna xinnoo qabduun fuulduratti tarkaanfadhu. Waaqayyo immoo si gargaara.

𝗗𝗮𝗻𝗱𝗲𝗲𝘁𝘁𝗶𝗶𝗻 𝘀𝗶 𝗺𝗼𝗼𝘀𝗶𝘀𝗮; 𝗼𝗴𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮𝗻 immoo si jiraachisaa!

@JECHOOTAHAYYOOTA
3,2400023
JECHOOTA HAYYOOTA logo
JECHOOTA HAYYOOTA

02. Okt. 2026, 22:52

Cabni Onnee baayyee Hamaadha.
Akka caba Lafee cinaachaati.
Namni arguu hin danda'u garuu dhukkubbiin isaa yeroo Ati Hafuura Baafattu hunda sitti dhagahama.°

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
3,2800045
JECHOOTA HAYYOOTA logo
JECHOOTA HAYYOOTA

02. Okt. 2026, 22:51

Wanti si barbaachisu hundi duruu keessa kee jira. Namoonni biroo ibidda kee akka siif qabsiisan hin eegin. Kibriita mataa keetii qabaadhu.

━━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
3,6000025
JECHOOTA HAYYOOTA logo
JECHOOTA HAYYOOTA

30. Sept. 2026, 02:10

Iccitiin jireenya fooyya’aa dhimma mataa keetii yaaduu fi galma kee irratti xiyyeeffachuudha.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
4,4100039
JECHOOTA HAYYOOTA logo
JECHOOTA HAYYOOTA

30. Sept. 2026, 02:08

“Wantoota jireenya keessatti nama gammachiisan keessaa tokko, fuula nama tokko irratti seeqannaa arguu fi seeqannaa sana kan fide si ta’uu beekuudha.”

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
4,0800021
JECHOOTA HAYYOOTA logo
JECHOOTA HAYYOOTA

30. Sept. 2026, 02:07

Nama akkaataa inni namoota biroo itti ilaalu irratti dhimma hin qabne gonkumaa hin amanin , gara fuulduraatti akkamitti akka si ilaalu qofa agarsiisa .

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
3,8100012
JECHOOTA HAYYOOTA logo
JECHOOTA HAYYOOTA

27. Sept. 2026, 01:27

“Carraan hamaan si mudate sun, carraa hamaa isa caalaa hammaataa ta’e irraa akkamitti akka si baraare, ati hin beektu.”

— Cormac McCarthy
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
4,5200036
JECHOOTA HAYYOOTA logo
JECHOOTA HAYYOOTA

20. Sept. 2026, 04:47

#WARQEE_MOO_SANTIMAA?

Ati geggeessa keenya gorsa dinagdee yoo taatellee,
mucaankee garuu warqeef meeti(Birri) keessa kam akka caalu adda baasee hin beeku jedhani namoonni baayyee itti kolfan, abbaan mucaa baayyee aaree manatti galee, halkan mucaasatti saantima warqeef meeti itti agarsiisee kamtu caala jedheen.
Mucaanis deebisee "warqeedhaka" jedheen. Abbaan amma xinno tasgabaa'ee, maafiree namoonnii mucaanke adda baasu hin danda'u kan naan jedhaniif jedheen. Mucaan seeqa akkas
jedhee deebiseef "ilaa abbaako yeroo hunda ganama ganama
gara mana barumsa yeroon deemuu hiriyoonni kee karaarratti na eegani saantima warqee fi meeti natti agarsiisani isa guddaa filadhuutii fudhu naan jedhuu animmo santima meetiin fudhee deema isa booda isaanimmo baayyee natti kolfu" jedhe.

Abbaatti bita galee maaf warqee hin fuune? maaf nama na arrabsiifta? jedhee mucaatti wace. Mucaanis "afachu abba
kottu sittin agarsiisa" jedhee kutaa ciisichaasatti geessee
sireesa jala saanduqa xinno tokko fuudhee gaafanni banu
santimmi baayyeen keessa guute jira. Agartee utuun warqee fuudhee taphichi hin dhaabataa. isaan natti kolfuuf yeroo hunda filiiti fudhu naan jedhuu, animmo isa xinnaan fuudha,
yeroos galiiko guyya guyyaanin argadha jedhe. abban yaada
mucaasaati baayyee dinqisiifate!.
Kaayyoof karoora ke bira hamma geessutti namoonni akka
gowwaatti si ilaalu danda'u, sitti kolfuus danda'u. Kan sirraa
eegamu qaxalee akka taate agarsiisu miti. kaayyoof karoorake
dura galchitii... bor eenyu akka taate itti agarsiifta!

# share gochuu hin dagatina
Join 🧚🙏🎄♻️👇🌲👇👇

@Jechootahayyoota
6,1700066
JECHOOTA HAYYOOTA logo
JECHOOTA HAYYOOTA

18. Sept. 2026, 04:35

WADAROO ARBAA
♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️

(Yaadan dubbisi)
***

Guyyaa tokko namicha tokkotu osoo karaa deemuu Arba tokko arge. Namichi kun yaadan gaafa ilaaluu wadaroo (funyoo) qal'oo tokkotu millaa arbatti hidhamte jirtu arge hedduu aja'ibsiifame. Akkamiin bineensii akkas guddatuu funyoo qal'oo kanaan hidhamee dhabbata?. Arbii kun Wadaroo kanaa salphatti kutu ni danda'a garuu hin goone. Kan jedhu bita ittii gale.

Suuta jedhe gara Arba kanatti akkumaa siiqeen namicha dawwachisa bineesota ta'ee tokko argatee: akkamiin bineensii kun wadaroo xiqqoo kanaan hidhamuu danda'e jechuun gafaatee.

"Dawwachisan sunis" gaaridha. Maal seete durii yeroo arboonni kun reef xixiqoo turanii fi ulfaatinas hammanatti hin qabne wadaroo kanaan hidhamuu ture, yeroo sanattii wadaroo kanaa kutachuu hin danda'an. Kanuma irraa kan ka'ee Amma iyyu kutaachuu hin dandeenyuu jedhanii waan yaadanif wadaroo dhuma kanaan hidhamuu jedhe deebiseef.
Namichi kunis hedduu aja'ibsifate. Arboonni kunniin yeroo barbadanittii hidha isaani kutachuu danda'u, garuu sababii kutaachu hin dandeenyuu jedhanii Amananif qofa akka hidhamanii dhabbatan hubate galee.

ERGAAN KOO
*******
Akkumaa Arboota kanneeni hedduun keenya hudhaa jireenya nuttii dhufaan osoo darbuu dandeenyuu hin dandeenyuu jenne sammuu keenya amansiisna.
Salphumatti sababii altokko qofa kufneef waan yeroo hunda kufnee hafnuu nuttii fakkata. Dhugaan jiruu garuu faallaa kanati. Kufaatiin keenyii ka'uumsa keenyaf Barnoota.

Kufaatiin bakkee barnootati. Kanaaf qabsoo jireenya keef tasumaa iyyuu harka hin laatin.

"Bakka kuftee ka'ii"
Oolmaa gaarii🙏🙏

#share osoo hin godhin bira hin darbiin
Join 👇👇👇
@JECHOOTAHAYYOOTA
5,0300044
JECHOOTA HAYYOOTA logo
JECHOOTA HAYYOOTA

14. Sept. 2026, 23:45

Kan durse dhiifama gaafatuu, yeroo hunda #goota.

Kan durse araara buusuu, yeroo hunda #Jabaadha.

Kan durse irranfatuu immoo, yeroo hunda #gammada dha

#halkan gaarii qabaadha.

Join 👇✍️❤️🙏
@Jechootahayyoota
4,6800060
JECHOOTA HAYYOOTA logo
JECHOOTA HAYYOOTA

14. Sept. 2026, 23:34

YEROO /time
****

Mee hangam keenyatu yerottii fayyadamaa?
Guyyaa tokko keessatti sekoondiwwaan 86400 sanaa eenyutu seeraan itti fayyadama?

Anis kan har'a jechuu barbaadu guyyaa tokko keessatti sekoondiwwaan jiran kanaa akka qarshii 86400tti siif kennaman. Ati garuu mee guyyaa tokko keessatti yeroo kee seeraan kan fayyadamtee sa'aatii lama(2) osoo ta'ee qarshii 7200 qofaa fayyadamtee. Kanneen hafee immoo ni qisaaseesite jechuudha.

Fakkeenya biraatin yoo ilaalle hiyyeessii tokko qarshii baayyee akkumaa argeen yeroo karaa irraa jiisaa (dhangalasaa) deemu maal jetta? Fayyaan jira namichi kun jettte hin yaadduu? Sababni isas qabeenya waan qisaasseessuuf. Garuu na amani ati yoo yeroo gubda ta'ee isa caala gowwaan akka keeti hin jiru. Sababni isa inni qarshii darbee of duuba deebi'e fudhachuu ni danda'a, ati garuu 'yeroo' darbee sana of duuba deebitee argachuu hin dandeessu.

Dhuma irratti waanan jechuu barbaaduu yeroo keessan sirriitti fayyadamaa. Sababni isaas nutii hunduu waan duunuuf waan hin dune tokko hojjenne du'uu qabna.


Obsaan waan dubbisteef guddaa galatoomi
#share gochuu immoo hin dagatiin

Join 👇👇👇👇👇
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
4,7600036
JECHOOTA HAYYOOTA logo
JECHOOTA HAYYOOTA

05. Sept. 2026, 00:32

Waa'ee Olka'uu dhiibbaa dhiigaa (Hypertension) qabxiilee muraasa

1. Utuu hinsafaramin beekuun hindanda'amu

2. 120/80 kan nama hundumaa ta'uu hindanda'u. መቶ 20 በ 80 የሁሉም ሰዉ ኖርማል ግፊት ልኬት አይደለም።

3.Rakkina namoota dulloomanii qofa miti

4. Utuu maatii keessa hin jiraatinis muudachuu danda'a

5.Mallattoo hinqabu(mataa bowwuun mallattoo dhiibbaan dhiigaa dabaluu ta'uu malus namootni baay'een mataa bowwuu hinqaban)

6.Bishaan dhuguun, aannan, dammi, foon dhiibbaa dhiigaa hindabalan

7. Namootni rakkina dhiibbaan dhiigaa olka'uu qaban buna dhuguu ni danda'u. Bunni hindhowwamu

8. Ashaboo, alkoolii, tamboo, caatii dhiisuu. Hirriba ga'aa rafuu fi dhukkuboonni kanbiroo yoo jiraatan yaalamuu

9. Dhiibbaan dhiigaa dabaluuf sababni qoratamee bira ga'ame yoo jiraate yaalamuu. Gosti baayyeen garuu sababa beekamaa hinqabu (essential Hypertension)

10. Qoricha keessan akka ogeessi ajajetti fudhadhaa

11. Qorichi dhiibbaa dhiigaa qaamaan walbaraa? Gonkumaa! የግፊት መድሀኒት ከሰዉነት ጋር ይላመዳል? በፍጹም አይለምድም። እንድህ አይነት ጥያቄ መነሳትም የለበትም

12. Yoo hin yaalamin rakkinoota onnee, ijaa, kalee, dhiigni sammuu keessatti itituu ykn dhangala'uufii kkf geessisuu danda'a

13. Namoota utuu dhiibbaa dhiigaa hinyaalamin jiraatanu akka fakkeenyaatti fudhattanii yaalamuu hindidinaa!

Dr. Gashahun Mekonnen Ispeeshaalistii dhibee keessoo, Yuunivarsiitii Jimmaa irraa.
2,1000011
JECHOOTA HAYYOOTA logo
JECHOOTA HAYYOOTA

05. Sept. 2026, 00:32

Hordaftoota channali keenya kabajamoo,, Channali Youtube kana SUBSCRIBE godhudhaan Hordoofa Isinin jennaa.Dabalataanis yeroo dhihoo kessatti Baacoo,walaloo,Oduu durii,seenaa Hayyoota,Seenaa Gootota Oromoo hundaa Qabatee Isiniif dhufuuf qophii isaa Xumuraa waan jiruuf SUBSCRIBE godhuudhan Barnoota gara garaa Irraa Argachuu Nin dandessaan jedheen Abdii guddaa irraa Qaba waan taheef Ammuma SUBSCRIBE bakka jettu tuqudhaan maatii Ta'a!!!

❤ISININ JAALADHA OROMOO TIYYA❤
✋✋✋✋✋✋✋✋✋✋✋


Watch "Hacaaluu Consertii America irratti" on YouTube
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/TCT8FQ2nlmU
Video Thumbnail
1,890007
JECHOOTA HAYYOOTA logo
JECHOOTA HAYYOOTA

05. Sept. 2026, 00:32

🌟 Bu'aa Qormaataa Keessan Ilaalchisee Ergaa

Barattootni tokko tokko bu'aa olaanaa galmeessitanii jirtu 👏🥳.
Kaan immoo milkaa'ina gaarii irra geessanii jirtu 😊❤️.

.. Kaan keessan garuu... bu'aan isin argattan akka isin yaaddan hin taane ta'uu danda'a 💔. Garuu maaloo, Sammuun keessan akka isin miidhuuf hin hayyaminaa ! 🫶

Of fooyyeessuuf carraan lammaffaan ammallee jira - Remedial 📚✨.

📖 Yaadadhaa: Bu'aan qormaata kanaa dhuma jireenya keessanii miti. Imalli keessan ammallee dheeraa dha. Abjuun keessan ammallee jiraataa dha, akkasumas gatiin keessan lakkoofsa waraqaa irratti barreeffame caalaa baay'ee guddaa dha 🫶❤️.

🔜 Sababni isaas, gara fuulduraatti balbaloonni haaraan hedduun isin eeggatu 🚪✨. Boqonnaawwan jireenyaa keessan keessaa kanneen hundarra bareedoon ammallee hin barreeffamne 🫴✍️💬.

🔗 Dhumarrattis, Ministeerri Barnootaa qabxii seensa Remedial fi ramaddii Yunivarsiitii yeroo beeksisu, odeeffannoo barbaachisaa ta'e hordofnee isin biraan ni geenya 🤚📢.

❤️ Hunda keessaniif milkaa'ina guddaa hawwina!
Har'a bu'aan keessan maaliyyuu haa ta'u, boruuf abdii hin kutatinaa! 💪🔥

Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇
3,0000019
JECHOOTA HAYYOOTA logo
JECHOOTA HAYYOOTA

05. Sept. 2026, 00:32

Fageenyi dhugumaan, namoota tokko tokko irratti miirri ati qabdu maal akka fakkaatu siif ifa godha.

━━━━━━━━━━━
2,3700024
JECHOOTA HAYYOOTA logo
JECHOOTA HAYYOOTA

05. Sept. 2026, 00:32

𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮,...
𝗠𝘂𝗿𝘁𝗼𝗼𝗻 𝗴𝗮𝗮𝗿𝗶𝗶𝗻 𝗺𝘂𝘂𝘅𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗸𝗮𝗻 𝗱𝗵𝘂𝗳𝘂 𝘆𝗼𝗼 𝘁𝗮’𝘂, 𝗺𝘂𝘂𝘅𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼𝗻 𝗴𝗮𝗿𝘂𝘂 𝗺𝘂𝗿𝘁𝗼𝗼 𝗯𝗮𝗱𝗮𝗮 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗮𝗿𝗴𝗮𝗺𝗮.

𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗶 𝗸𝗮𝗻𝗮𝗱𝗵𝗮,....
𝗞𝗮𝗻𝗮𝗮𝗳, 𝗱𝗼𝗴𝗼𝗴𝗴𝗼𝗿𝗮 𝗸𝗮𝗺𝗶𝗶𝗻𝘂𝘂 𝗵𝗶𝗻 𝘀𝗼𝗱𝗮𝗮𝘁𝗶𝗻! 𝗙𝘂𝘂𝗹𝗱𝘂𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗱𝗲𝗲𝗺𝗶 𝗶𝘀𝗮𝗮𝗻 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗯𝗮𝗿𝗮𝗱𝗵𝘂!

✅Yeroo sammuun kee dadhabu Haalli rakkoodha.
✅Yeroo sammuun kee madaalawaa ta’u haalli qormaata.
✅Garuu yeroo sammuun kee jabaatu Haalli carraa ta'a!
2,6300024
JECHOOTA HAYYOOTA logo
JECHOOTA HAYYOOTA

05. Sept. 2026, 00:32

Of Jajjabeessi

Rakkoowwaan Jireenya kee keessatti, si quunnamuun si miidhaa turan ykn si miidhaa jiran kamiiyyuu guyyaa muraasa booda furmaata (ajaa'iba) kan argitu ta'a, kan argitu garuu, yoo har'a cimtee dhaabbatte qofa.

Kanaafuu abdiin fuldura keetii kan sitti mul'achaa jiru, nama kan birootti hin mul'atu waan ta'eef, jecha namaatin of hin madaalin. Mee addunyaa kanarra si'ii fi uumaa kee malee, ciminaaf dadhabina kee eenyutu beeka??? Kanaafi jechi namaa kan si hin ibsine!  hunda caalaa ati of jajjabeessi. jabaan ofii abbuma!


♡ ❍ㅤ     ⌲
ˡᶦᵏᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ  ˢʰᵃʳᵉ 🔔 ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ

Maxxansa kana yoo jaalatte #share godhi.
❕Gorsi itti fufa...............
2,7300028
JECHOOTA HAYYOOTA logo
JECHOOTA HAYYOOTA

05. Sept. 2026, 00:32

''Saammuu keenyaaf Daangaa nuti beekamti laatneef irraan kan hafe daangaan dhugaan kaa'ame hin jiru''
2,9400025
JECHOOTA HAYYOOTA logo
JECHOOTA HAYYOOTA

05. Sept. 2026, 00:32

Akkaataa sammuudhaan cimaa ta’uu dandeenyu:

• Yeroo kophaa hin sodaatin.
• Waan darbe irratti hin xiyyeeffatin.
• Addunyaan liqii sitti hin dhaga'amin.
• Bu'aa hatattamaa hin eegin!
• Balaa shallagame fudhachuu hin sodaatin!
• Kufaatii jalqabaa booda abdii hin kutatin.
• Itti gaafatamummaa irraa hin saalfatin.
• Nama hunda gammachiisuuf hin yaadda'in!
• Milkaa'ina namoota birootti hin aarin!
• Namoonni kaan miira kee irratti dhiibbaa akka geessisan hin godhin!
• Yeroo ofiitti gaddaan hin gubin!
• Wantoota to'achuu hin dandeenye irratti humna hin qisaasessin!
3,0400017
JECHOOTA HAYYOOTA logo
JECHOOTA HAYYOOTA

05. Sept. 2026, 00:32

Imalli kee ulfaataa ta'uu danda'a; garuu nama ta'uu akka qophooftee sana si uumaa jira. Rakkooleen har'a si mudatan humna, ogummaa fi obsa si keessatti ijaaraa jiru. Kanaaf abdii hin kutin; tarkaanfiin ati har'a fudhattu hundi gara mootummaa kee boriitti si geessaa jira.

━━━━━━━━━━━
3,7700021
JECHOOTA HAYYOOTA logo
JECHOOTA HAYYOOTA

05. Sept. 2026, 00:32

Guyyaa hunda duubatti dhiisuun gaariidha;
akka bishaan yaa'uutti, gadda irraa bilisa ta'uun.

Kaleessi darbeera; seenaa isaa xumureera.
Har'a ammoo sanyiin haaraan ni faca'a, ni biqila.

— Rumi
━━━━━━━━━━━
3,6500015

Showing 30 of 42 posts

Rating

Login required

Frequently Asked Questions

Worum geht es im Telegram-Kanal JECHOOTA HAYYOOTA?+

JECHOOTA HAYYOOTA (@jechootahayyoota) ist ein Telegram-Kanal in der Kategorie Webserien auf tgdio. Ranking, Bewertungen, Reviews und aktuelle Posts helfen vor dem Abonnieren. Aktuell etwa 13.104 Abonnenten auf tgdio.

Wie trete ich JECHOOTA HAYYOOTA (@jechootahayyoota) auf Telegram bei?+

Öffnen Sie das Profil auf tgdio und nutzen Sie Join / Open in Telegram, um @jechootahayyoota kostenlos zu abonnieren.

Ist JECHOOTA HAYYOOTA ein guter Webserien-Kanal?+

Auf tgdio können Sie Bewertung, Reviews, Ranking und Posts von JECHOOTA HAYYOOTA prüfen. Aktuell etwa 13.104 Abonnenten auf tgdio. Vergleichen Sie mit ähnlichen Webserien-Kanälen.

Wo sehe ich Stats und Beiträge von JECHOOTA HAYYOOTA?+

Auf tgdio öffnen Sie @jechootahayyoota für Abonnenten-Stats, Ranking, Bewertungen und Posts. Stats zeigt Wachstum.