Kuusaa walaloo Telegram channel photo

Kuusaa walaloo

@httkuusawalalooPublic Channel

Kuusaa walaloo shares Pinay Inhalte updates and media on Telegram. Join to stay updated.

564

Last views

20.9k (20,877 subscribers)
Members
—
Rating
31
Total Posts
Oct 14, 2026, 6:32 AM
Updated
Apr 4, 2026
Created
Stats

Sie sehen Inhalte auf Deutsch. Um Inhalte in anderen Sprachen zu sehen, ändern Sie die Sprache der Website.

Channel Information

Channel Information
Channel NameKuusaa walaloo
Username@httkuusawalaloo
CategoryPinay Inhalte
LanguageDeutsch
CountryDeutschland
Members20,877
Channel TypePublic Channel
Created4. Apr. 2026
Last Updated14. Okt. 2026 • vor 7 Tagen
StatusActive

Ranking

Global Ranking
#166914+534
Language Ranking
#2729-13
Category Ranking
#1642No change

Participant Growth

Total: 20.9K30 Days growth: +270.1%
09/1509/2009/2509/3010/0510/1010/14
Participant Growth - 30 Days
DateSubscribers
15:09:202620,850
16:09:202620,983
17:09:202620,983
18:09:202620,983
19:09:202620,983
20:09:202620,983
21:09:202620,983
22:09:202620,983
23:09:202620,983
24:09:202620,983
25:09:202620,983
26:09:202620,983
27:09:202620,983
28:09:202620,983
29:09:202620,983
30:09:202620,983
01:10:202620,983
02:10:202620,983
03:10:202620,983
04:10:202620,983
05:10:202620,983
06:10:202620,983
07:10:202620,983
08:10:202620,983
09:10:202620,983
10:10:202620,983
11:10:202620,983
12:10:202620,983
13:10:202620,983
14:10:202620,877
Participant Growth - Weekly
DateSubscribers
Week of 30:03:202613,810
Week of 06:04:202613,963
Week of 13:04:202613,963
Week of 20:04:202613,963
Week of 27:04:202614,630
Week of 04:05:202614,630
Week of 11:05:202615,188
Week of 18:05:202615,188
Week of 25:05:202615,188
Week of 01:06:202615,965
Week of 08:06:202615,965
Week of 15:06:202615,965
Week of 22:06:202615,965
Week of 29:06:202616,852
Week of 06:07:202616,852
Week of 13:07:202617,749
Week of 20:07:202617,749
Week of 27:07:202617,749
Week of 03:08:202618,915
Week of 10:08:202618,915
Week of 17:08:202619,986
Week of 24:08:202620,629
Week of 31:08:202620,629
Week of 07:09:202620,850
Week of 14:09:202620,983
Week of 21:09:202620,983
Week of 28:09:202620,983
Week of 05:10:202620,983
Week of 12:10:202620,877
Participant Growth - Monthly
DateSubscribers
April 202614,630
May 202615,188
June 202616,852
July 202617,749
August 202620,629
September 202620,983
October 202620,877
Participant Growth - Yearly
DateSubscribers
202620,877

Latest Posts

Kuusaa walaloo logo
Kuusaa walaloo

08. Okt. 2026, 11:10

Bakka ol qabaan Rabbii jirutti
Gadi qabaan namaa
Waan ati hin beekne si barsiisa
Malee sin kuffisu homaa

Nama Rabbiin ol fuudhe
Gadi hin deebisu namni
Dhiibbaaf Shirri baay'atus
Booda hin deebi'u gamni

Kaayyoof jecha imala
Fuulduratti abdii guddaan
Rakkoo argame hundaaf
Hin jiraatu gaddaan...

Imala isaa keessatti
Rabbiin godhatee hirkoo
Bakka yaade dhaqqabuuf
Galma ga'uuf gaaf-tokkoo
Obsaan bira qaxxaamura
Har'a riqichoota rakkoo...!


Na quunamuu barbaannan
          @dameG7

✍️. Damee Gaashahun
5640010
Kuusaa walaloo logo
Kuusaa walaloo

09. Sept. 2026, 04:20

Dhageettif miira koo
Hunda kan too'attu
Oolmaa Kee kakaastee
Keessa koo moo'attu

Faana koo hordoftee
Kan na duukaa baatuu
Yaadaaf qalbii keetiin
Kan na faana taatuu

Gammachuu koof jettee
Gammachuu kan dhabdu
Kan anatti hiixattu
Waan of-harkaa qabdu

Rakkinaaf gadadoo
Ana ilaaltee obsita
Qaawwa qaama kooti
Jiruu keen golgita

Madaa qaama kootii
Ofii kulkulfatta
Fayyummaa kee dhiistee
Anaaf dhukkubsatta

Utubdee na dhaabdee
Ofii gadi gugguufta
Anaan ol na qabuuf
Bakka hundat kufta

Kan kee dubbatamee
Yoomuu hin xumuramu
Faayila kamiinuu
Takka hin guduunfamu

An jecha illee hin qabu
Waan ittiin si ibsuu
Fayyummaa kee eege
Waaqni si'aa tiksuu

Argaa keenya qofaan
Jiruun kan toluufii
Kuma nuuf jiraadhu
Harmee bara quufii!!!!




Na quunamuu barbaannan
https://t.me/dameG7
6,1600042
Kuusaa walaloo logo
Kuusaa walaloo

05. Aug. 2026, 22:12

Gaafa ollaan kolfee
Waa'ee koo gungumu
Inni isheedhaaf maali
Jechaa lafa tumu

Yeroo maatiin manaa
Lola sitti kaasu
Maal keeti gurbichi
Jedhee sitti hasaasu

Yoo namni martillee
Gaaffiidhaan si qoru
Deebiin si rakkisee
Maalif kan si dhoru?

Moo na irraanfatteree
Maalkee akkan ta'e
Siif jecha fira koo
Keessaa akkan bahe

Situ anaaf waan hunda
Miti qarshiif horii
Fuuldurri koo ifa
Egereen koo borii

Jedheen abdii qaba
Hawwii bara dheeraa
Miidhamakoo hin laalu
Irraa baradheera

Garuu waan si gaaffa
Ati akkam maal yaadda
Jaalallee kee ta'uun
Ulaagaa barbaadaa?

Beekta waliin turre
Ammas an si waliin
Utuu ilaaltuu sobdee
Cubbuu keessa hin galin

Iyyee si waamullee
Feetu suuta ejjetta
Anaaf maal moggaastee
Eenyudha naan jettaa


Na quunamuu barbaannan
         @dameG7

✍️. Damee Gaashahun
4,3900036
Kuusaa walaloo logo
Kuusaa walaloo

28. Juli 2026, 22:50

Aariin sitti baay'atee
Yoo miiccee si qulleesse
Uleen yaadaaf yaaddoo
Tumee yoo si bulleesse

Obsaan borii kee yaadii
Hirriba abdii mugii
Beeloftus abdii nyaadhu
Dheebottus abdii dhugii

Dura kee akka jiru
Guyyaan gammachuu addaa
Yaaddee rakkina har'aa
Obsaan dabarsuu qabda

Gufuufi muudannoo baay'een
Yoo fagaachuu dide sumarraa
Galma gahuu kee murteeffadhu
Dirqama kee geessaa dhumarra!

Takka kufaa takka ka'aa
Rakkoo hedduu argitee
Sichittis abdii hin kutin
Ni jiraattaa darbitee


Na quunamuu barbaannan
       @dameG7

✍️. Damee Gaashahun
3,5000030
Kuusaa walaloo logo
Kuusaa walaloo

16. Juli 2026, 00:44

Bara dargaggummaatti
foon kootiin mo'amuu
Hoolota keessaa ba'ee
Re'ootatti fo'amuu

Sodaa kee dagadhee
akkan fedhetti kaachuu
raqa biyya lafaas
deddeebi'ee nyaachuu

Gowwummaan guutamee
akkan of hin wallaalle
Faashiniinis bitamee
akkan of hin awwaalle

Seexanaaf Farda ta'ee
Dirree keessa gulufuu
Dhaloota dogoggorsiisee
Akka itti hin taane gufuu

Waanta aduu gadii
kan argamtee badduu
argachuudhaaf fiigee
na oolchi dhuma gadduu

Anatti fafakkaatee
hundumti isaa gaarii
Akkan karaat hin hafne
abbaa na gargaarii🙏

Ofitti na madaqsuuf
guyyaadhaan natti seeqa
Kan jilbeeffachiises
dachaa nama meeqa?

Biyyi lafaas yoo na bite
warqee natti agarsiise
Garaa koo hireefiis
mana kee yoon gadhiise

Ayyaanni kee yericha
ana irraa ni ka'a
Sareetu na nyaata
Soora Allaattiin ta'a

Kanaaf cimsii na qabi
akkan cabne dhukatti
jabaadheen dhaabbadha
anis hanga dhumaatti

Akkan tuffadhuttis
waanta aduu gadii
si keessa jiraadhees
akkan oolu badii

bara koo akkan fixne
karaa gubbaa jooraa
Humna na hidhachiisi
na nyaachisi sooraa

Warri ayyaana kee qaban
gaariif hamaa adda baasu
waanti argamee badu
garaa isaanii hin raasu

Warra humna hin qabne
kolfee gara isaa dhufee
of qabuu dadhabuun
dargaggoota hedduut kufee

Kanaafan sodaadheem
abbaa koo kana ilaalee
calaqqeen biyya lafaa
nama baay'ee awwaalee

Ulfina kee baadhee
akkan siif jiraadhu
soora natti kennites
akkan dhalootaaf laadhu

Humna koo naaf haaressi
Akkuma kan joobiraa
Ergamummaa koo bahee
akkan dhufu si biraa

Fageessees akkan yaadu
akkan hin nyaanne raqa
gad of deebisee jiraadheen
Yerusaalem dhaqa

karaan hundumti isaayyuu
qajeelaa namatti fakkaatti
Ayyaana keen na cimsi
Yeroo dargaggummaatti!🙏.....


N quunamuu barbaannan
@dameG7

✍️. Damee Gaashahun
3,5800021
Kuusaa walaloo logo
Kuusaa walaloo

14. Juni 2026, 13:04

HAADHA

Oolmaa kee barreessuuf
Na hanqatus bakkuu
Sin faarsa harmeekoo
Harmee harma lakkuu

Oliif gadi jooraa
Akkuma baraatti
Ji'a sagal guutuu
Na baattee garaatti!

Gidiraa hamaadhaan
Na deesse miixattee
Ofii keef beeloftee
Anaan naf hiixattee

Ciiftee hin boqattu
Lafa barii kaata
Anaan nama gochuuf
Namummaadhaa baata

Si madaaluu didaam
Jechi ta'ee laayyoo
Himee nan fixaaree
Oolmaakee yaa Aayyoo

Gaafan taa'ee yaadu
Sirra himtuu hin caalu
Harme yoomi guyyaan
Qaawwa cuqqaalu

Yooman akka namaa
Kunuunsee si 'koorsa'
Caba kee dhidhiibee
Madaa kee siif qoorsa

Kaffaluu dadhabus
Kan naaf oolte gatii
Yooman ijaan arga
Naaf boqattee ati?

Egaa!....

Har'a nutti duudee
Dhabamus tooftaani
Rabbirraa abdii qabna
Nun gatu gooftaani!

Anaan yaa aayyookoo
Abshirmee yaa deessee
Dhalli kee si soorti
Galma kaayyoo geessee

Rakkoon nutti duulanis
Qaawwa keenya bananii
Boru argachuuf jirra
kiisii har'aaf qananii

Gadadoon dhandhameera
Qananiin nan seeratuu
Umuriin kan kee qofti
Kuma naaf haa dheeratu!


Na quunamuu barbaannan
@dameG7


✍. Damee Gaashahun
4,4100033
Kuusaa walaloo logo
Kuusaa walaloo

24. Mai 2026, 18:28

Moodela shaggarii
Mucaa Dirre dhawa
Bareeddu wallaggaa
Boontuu warra shawwaa

Maashoo warra jimmaa
Intala warra mootii
Kenna Koo ganamaa
Naaf qabeenya kooti

Intala warra aarsii
Haftee warra aanoolee
Siifan wareegama
Siifan falma lolee

Warra Arfan Qalloo
Dhiiga warra Calanqoo
Yoomiiyyuu sin jibbu
Sin jaalladha waankoo

Bareedduu Waabee gamaa
Kan qalbii na fuutu
Intala warra Baalee
Mucaa Waaqoo Guutuu

Fakkaattii Warqituu
Magaala qalloo koo
Mucaa warra Raayyaa
Goototti Walloo koo

Mucaa Bakar Waaree
Intala Harargee
Isheen halkan rafee
Aabjuu kootiin arge

Boontuu warra Shawaa
Obboleettii Haacaaluu
Kan darbeef kan dhufus
Eenyullee sin caalu

Intala Kamisee
Bareedduu Karrayyuu
Akkuma kaleessa
Sin jaalla arrayyu❤

An shamarran oromoo
Eenyun hin madaalu
Simboof bareedinaan
Eenyuyyuu sin caalu


Na quunamuu barbaannan
@dameG7


✍. Damee Gaashahun
4,5700031
Kuusaa walaloo logo
Kuusaa walaloo

24. Mai 2026, 13:42

Akkamiin siif ibsuu
Jaalala na keessaa
Halkan nan raffisu
Guyyaa na joonjessa
Ganama haaraadha
Galgalas nii dhufa
Yoon waa'eekee yaadu
Junuunfadheen kufa

Jaalalleekoo giifti
Siif dhabeera fayyaa
Irriba dhiiseera
Maaluma naaf wayyaa?
Si malee hin barbaadu
Jedhee kakadheera
Nyaataf dhugaatiikoo
Hunda dagadheera

Agabuun tiradha
Silaa maras dhiisee
Garaa na hoossisa
Halkan gaafan ciise.
Maal jetta jaalalle
Anoo siif gaggabee
Ammayyuu nan boo'a
Adeemuu dadhabee

Kanbiraan yoo hafe
Anoo gaag'aamee
Miidhamnikoo danuu
Utuu lakka'aamee
Miillikoo naafatee
Garaachikoo qooree
Fuullikoo shuntuuree
Ijnis natti Kooree

Ati garuu bilille
Kan hin yaadne lubbuu
Rabbii sirra hin kaa'in hojii
hamaaf cubbuu

Jaalalakeef du'ee
Yoon dhabeeyyuu faacha
Sitti ha ilaalamu
Cubbumti garaachaa



Na quunamuu barbaannan
https://t.me/dameG7
5,4900037
Kuusaa walaloo logo
Kuusaa walaloo

24. Mai 2026, 13:42

Sittin hima jedhee
Akkan si jaalladhu
Jaalala dhugaadhaaf
Akkan si dheebodhu.

Akka ati taatee
Qarree mucaa manaa
Duruu waanan si beekuuf
Sammuun koo ni amana.

Ati garuu hin yaadduu
Sin jaalladha jettee
Yeroon sitti siqee
Obbolummaa seete.

Jaalalli qaanii hin qabu
Ofiin of hin qabsiisanii
Jaalalli utuu hin beekin
Kan keessa seenani.

Siifookoo tokkittiikoo
Ishee keessikoo jaallate
Itti himachuu yaadee
Haalashee sodaatee.

Maal jedheen siif hima
Akkamitti hubattaa
Yoon sin jaalladha jedhe
Siif qoosaa fakkaata.

Obboleessaaf obboleettii
Taana jennee waliigallee
Jaalalli na qabannaan
Akkasaan wal'aaalee.

Amma nan murteeffadha
Yookiin suman dhiisa
Obbolummaa sobaa
Maafan si gowwomsaa.

Yookiin sittan hima
Akkan siin nyaatame
Jaalala dhugaadhaan
Akkan liqimfame.

Garuu naa beeki siifo
Si jalaa miidhameeraa
Jaalala koo dhoksee
Dhibamaa ta'eera.

Na quunamuu barbaannan
https://t.me/dameG7
4,9900037
Kuusaa walaloo logo
Kuusaa walaloo

24. Mai 2026, 13:42

#Gaarumma keef ulfaadhu!!
‎
‎Utubaa gargaarsa
‎Wabii dhala namaa
‎Hangafa ifoomaa
‎Barraaqsa ganamaa
‎
‎Oolchaa balaaf yaaddoo
‎Beekaa waan hundumaa
‎Ofiitti fakkeesse
‎Kan uumee uumamaa
‎
‎Hunduma bareeche
‎Haala siif mijeessa
‎Daba cubbuu keeti
‎Jaalalaan qixeessa
‎
‎Hirdhu jireenya kee
‎Guutee siif sirreessa
‎Jaalala siif qabuu
‎Dhugaan mirkaneessa..
‎
‎Nama guutuu godhee
‎Ulfinaan si dhaaba
‎Darbatee sin gatu
‎Siif akeeka qaba
‎
‎Badiikee siif haqee
‎Gaarii kee sassaaba
‎Yeroo maraa sitti
‎Gaarumma lallaba

Si mararsiifatee
Barruu isaan si baata
Uumaa kee qofatu
Dhugaan si jaallata
Lubbuu isa siif laata


Na quunamuu barbaannan
https://t.me/dameG7
4,5400024
Kuusaa walaloo logo
Kuusaa walaloo

24. Mai 2026, 13:42

Dura Si amaneen ture
Akkakoo si se'ee
Gantuu akkasii ta'uke
An yoomin dhagaa'e

Jalaala siif keeninan
Jibbinsa kan naaf latte
Anis baguman si bare
Atis baguma fagaatte

Maalumaf na dhiiftee
Utuun siif muddamuu
Gantuun akka keeti
Dhufe siha qunnaamu

Bultinke sif hin tolin
Jireenyike hin qajeeliin
Nagadhan manaa baate
Nagaadhan hin galiin

Namni ati jaallatte
Fuunyaansa haa qabatuu
Namni ati amantee
Feedhi keeti haa taphaatu

Jaallatte hin gammaadin
Bultinke hin milkaa'in
Beelofte hin nyaatin
Nyaattus sin sifaa'iin

Jedhee si abaaruuf
Garaanko hin dandaa'u
Bakkumati jiraattuti
Nagan sif haa ta'u


Na quunamuu barbaannan
https://t.me/dameG7
4,5000014
Kuusaa walaloo logo
Kuusaa walaloo

24. Mai 2026, 13:42

Bakka ol qabaan Rabbii jirutti
Gadi qabaan namaa
Waan ati hin beekne si barsiisa
Malee sin kuffisu homaa

Nama Rabbiin ol fuudhe
Gadi hin deebisu namni
Dhiibbaaf Shirri baay'atus
Booda hin deebi'u gamni

Kaayyoof jecha imala
Fuulduratti abdii guddaan
Rakkoo argame hundaaf
Hin jiraatu gaddaan...

Imala isaa keessatti
Rabbiin godhatee hirkoo
Bakka yaade dhaqqabuuf
Galma ga'uuf gaaf-tokkoo
Obsaan bira qaxxaamura
Har'a riqichoota rakkoo...!


Na quunamuu barbaannan
https://t.me/dameG7
4,6500015
Kuusaa walaloo logo
Kuusaa walaloo

12. Mai 2026, 13:03

Walaloon kennaadha
Waa nama barsiisaa
Jechoota muraasan
Karaa agarsiisaa

Bohaarsaa barsiisa
Mukuu nama baasaa
Hamilee nuuf ta'ee
Xuxxuqee si kaasaa

Namoonni kanaan dura
Jecha tarreessanii
Tokkummaa isaani cimsuuf
Walaloo barreessani

Nutis walaloodhan
Tokkummaa haa cimsinuu
Quuqqaa Oromoo hundaa
Aartin haa ibsinuu

Walaloo akka kanaa
Argachuu kan barbaadduu
Eessattin argadhee
Jedhee namni yaadu

Kara keessa kottuu
Na gaafadhu
Username asiii gadii
Anatti dubbadhu


Na quunamuu barbaannan
@dameG7


✍. Damee Gaashahun
4,8900027
Kuusaa walaloo logo
Kuusaa walaloo

04. Mai 2026, 18:01

waa'ee Koo baruu feenaan
ana qofa gaafadhu
gahaa godheen sitti himaa
homaa illee hin hambifadhu

malee duuba nannoftee
waa'eekoo baruu hin yaliin
waan sirriitti nan beekneen
eenyummaa Koo hin madaaliin

kan na beektu yoo ta'e
qal'inaaf dheerinakoo
darbees bareedinakoo
akkaataa dubbannaakoo

kana malees maal turee?
kolfa koo beektaa laata?
kana ragaa godhattee
si beeka jechuuf kaata!

inniti ilaalte kuni
irra keessa Koo ta'a
garuu...
eenyummaan koo inni dhugaa
keessuma kootii ka'a

Ani ilma sabboontichaa
kan Sabasaa leellisu
miidhagummaa Saba isaa
ormatti kan beeksisu

namummaa Koo yoo feete
An sanyii ilma mootii
kan qomoo isaatti boonu
Wiirtuu sabboonummaati!!!!



Na quunamuu barbaannan
@dameG7


✍. Damee Gaashahun
5,4800022
Kuusaa walaloo logo
Kuusaa walaloo

02. Mai 2026, 13:49

Dhokseen si ilaalaa
Ija koo banadhee
Jaalala keetiifan
Kaayyoo koo dagadhee

Imaanaa koo fuutee
Karaa irratti gattee
Kan na caalu argattee
Anaan na dagatte.

Akka har'a mitii
Bor ni jijjiirama
Aduun dhihee hin hafuu
Bari'uun dirqamaa


Na quunamuu barbaannan
https://t.me/dameG7
4,9200026
Kuusaa walaloo logo
Kuusaa walaloo

02. Mai 2026, 13:49

Akkamittan si argaree
Ato mana hin baatu
Ani jaalalaa keef jedhee
Qaatan ta,e maraatuu
Isa uffata malee jiraatu

Qabbaneeffattu malee
Buna ho,a dhugdaa
Ano obsa dhabee
Ati maalif mugda

Sin jaaladha qaroo koo
Obsee dheebuuf hagabuu
Kan bira hanqadhullee
Sif du,uu hin dadhabuu

Adaraa nan dhamaasiin
Nama sammuu dhabe
Adaraa nan taasisiin
Simbira baalleen cabe

Jiraachutu ulfaatee
Onnee koos adabee
Obseen taa,a jedhes
Si obsuun dadhabee

Seenaa walirraa qabna
Ani sif seenaa ta,e
Akkamiin wal dhabna
Wal argaan keenya ga,e


Na quunamuu barbaannan
       https://t.me/dameG7
5,3800024
Kuusaa walaloo logo
Kuusaa walaloo

01. Mai 2026, 17:52

"Eessa dhaqee?" jettee
Kan na gaafattu biyya
Ana waliin seeqxeef
Beektaa jiruu kiyya
Isan milkii deegee
Keessoo kiyyatti aadu
Isan barii eegee
Iyya lukkuu yaadu

Ati yoom naaf barte
Gidiraa jiruukoo
Hireen na darartee
An qalbii hiruukoo
Irra keessaan seeqee
Keessikoo yoo dhiigu
Ofumaan of jeeqee
Waadaakoo yoon diigu

Yoom siif galee beekaa
Akkaataan jiruukoo,
Dhukkubsachaa seeqaa
Si waliin turuunkoo
Kan an siif gaaromu
Dhibeekoo dhokfachaa
Inni an siif nyaaramu
Ba'aa baraa baachaa

Takkaa siif hin galleem
Siif jedhee cabuunkoo,
Akka naaf hin malleen
Waa-kiyya dhabuunkoo

Tasa siif hin galuuf
Naan' hubattu atuu
Isa hundaaf toluuf
Waaqaaf haa galatu


Na quunamuu barbaannan
@dameG7

✍. Damee Gaashahun
4,0500015
Kuusaa walaloo logo
Kuusaa walaloo

28. Apr. 2026, 16:40

Aariin sitti baay'atee
Yoo miiccee si qulleesse
Uleen yaadaaf yaaddoo
Tumee yoo si bulleesse

Obsaan borii kee yaadii
Hirriba abdii mugii
Beeloftus abdii nyaadhu
Dheebottus abdii dhugii

Dura kee akka jiru
Guyyaan gammachuu addaa
Yaaddee rakkina har'aa
Obsaan dabarsuu qabda

Gufuufi muudannoo baay'een
Yoo fagaachuu dide sumarraa
Galma gahuu kee murteeffadhu
Dirqama kee geessaa dhumarra!

Takka kufaa takka ka'aa
Rakkoo hedduu argitee
Sichittis abdii hin kutin
Ni jiraattaa darbitee


Na quunamuu barbaannan
@dameG7


✍. Damee Gaashahun
3,9900015
Kuusaa walaloo logo
Kuusaa walaloo

27. Apr. 2026, 12:47

Isan halkaniif guyyaa
Waa'ee keetiif gubadhuu
Miidhama onnee kootii
Adaraa naaf hubadhuu...!
~
Nattin tolu gonkumaa
Hunda na jibbisiisaa
Cabako naaf wallaantee
Yoomin boqodhe ciisaa...!
~
Yaada keeti yoomiyyuu
Kan dhippisee na gooluu
Naaf hin ta'u gonkumaa
Guyyaan sin argiin ooluu...!
~
Natti boontee jaalalaan
Hin jabaatiinii garaa
Miidhama koo naaf barii
Na simadhu adaraa...!


Na quunamuu barbaannan
@dameG7


✍. Damee Gaashahun
4,1800019
Kuusaa walaloo logo
Kuusaa walaloo

22. Apr. 2026, 20:47

Abbaakoo gootakoo
Balleessaa rakkianaa
Miidhagsaa bohaarsaa
Godaansaa rakkinaa

Uffadhee miidhagee
Fakkaadhus dureessa
Situ harkaa qabaaf
Bareede malessaa

Ani eessaan qaba
Yooman of sirreessaa
Silaa fira dhabeen
Ofii koot ogeessaa

Jiraachuun koo qofti
Hin qabu faayidaa
Abbaakoo waliinan
Yoomillee bareedaa

Bakkaa atii hn jiraanne
Jirruun naaf hin Toluu
Ummurii naaf dheradhuu
nf jiraadhuu Kuma
Abbaakoo gootakoo

Na quunamuu barbaannan
https://t.me/dameG7
5,8000041
Kuusaa walaloo logo
Kuusaa walaloo

22. Apr. 2026, 20:47

Photo
🌼🌼🌼🌼Baga Geessan🌼🌼🌼🌼
🌻🌻🌻🌻🌻Jaallatamoo maatii  keenyaa Baga bacaqii gannaa bara 2017 nagaadhaan baatanii booqaa birraa bara haaraa 2018 nagaadhan geessan! Barichi bara nagaa, jaalalaa, abdii, gammachuu fi milkii isiniif haa ta'u! Bara haaraa gaarii! Ayyaana gaarii!🌻🌻🌻🌻🌻
5,5100014
Kuusaa walaloo logo
Kuusaa walaloo

11. Apr. 2026, 14:03

"Eessa dhaqee?" jettee
Kan na gaafattu biyya
Ana waliin seeqxeef
Beektaa jiruu kiyya
Isan milkii deegee
Keessoo kiyyatti aadu
Isan barii eegee
Iyya lukkuu yaadu

Ati yoom naaf barte
Gidiraa jiruukoo
Hireen na darartee
An qalbii hiruukoo
Irra keessaan seeqee
Keessikoo yoo dhiigu
Ofumaan of jeeqee
Waadaakoo yoon diigu

Yoom siif galee beekaa
Akkaataan jiruukoo,
Dhukkubsachaa seeqaa
Si waliin turuunkoo
Kan an siif gaaromu
Dhibeekoo dhokfachaa
Inni an siif nyaaramu
Ba'aa baraa baachaa

Takkaa siif hin galleem
Siif jedhee cabuunkoo,
Akka naaf hin malleen
Waa-kiyya dhabuunkoo

Tasa siif hin galuuf
Naan' hubattu atuu
Isa hundaaf toluuf
Waaqaaf haa galatu


Na quunamuu barbaannan
       @dameG7

✍. Damee Gaashahun
5,1000020
Kuusaa walaloo logo
Kuusaa walaloo

21. März 2026, 00:09

SI MAALALA

Harka cubbuu hin qabneen
Bareechee si tolchee
Mee maal sitti hanqisee
Hunda toora galchee

Si badhaase kennaa
Kee gaariin amalaa
Carii booruu hin qabne
Hunduu si maalala

Ifti fuula keerraa
Hawwataadha danuu
Seeqa kee jetta moo
Na dinqita naanuu

Qaratti gogsita
Ija nama hedduu
Mee kanaaf lubbuun kee
Attam haa gammaddu

Utuun gad tarreessee
Waa'een kee hin dhumu
Dubbachuuyyuu miti
Yaaduufuu ni cimu

Gammadi sittaa tolu
Hin guduunfin fuula kee
Kan qabdu isa siif kenne
Galateessi uumaa kee


Na quunamuu barbaannan
@dameG7

✍. Damee Gaashahun
5,6300030
Kuusaa walaloo logo
Kuusaa walaloo

13. März 2026, 11:18

Akkan si jaaladhuu
Osoo beektuu tiruu
Na dhiistee godaanun
Maali rakkoon jiruu

Qabeenyi hojjanaan
Addanayyuu jiraa
Faayidaa imala kee
Natti himi Adaraa

Kan fayyaa imalee
Qaama dhabee galaa
Waggaa baayyee bule
Akka saree Ala

Kanarraa hin hubattuu?
Faayidaa Imalaa
Yaa hiriyyee dhiisi
Maaloo yaada Alaa


Na quunamuu barbaannan
@dameG7


✍️. Damee Gaashahun
4,7100014
Kuusaa walaloo logo
Kuusaa walaloo

24. Feb. 2026, 17:40

Jiruu kooti jedhee
Hundarra sifedhee!
Ofitti si aansee
Hundaa ol siin jedhee!

Onnee kiyya banee
Keessa siqabsiisee!
Koo naaf taata jedhee
Sammuu koo amansiise

Guyyaas suman yaada
Halkanis gad ciisee
Jiruun keen jiraadhe
Jiruu kiyya dhiisee

Hangana hin jedhamu
Sin jaalladha badaa
Akkana ani miidhamuf
Natti ta'in madaa

Utuun jedhee iyyuu
Ana dhiiftee deemtee
Jiruu kan koo dhiiftee
Kan ormaa filatte

Taus
Ati Jaalala koo gaattus
An Siifan amanama
Jedhee sin gammachiisu
Hin yaadain ofumaa
Waliif taanera naf atii
Kunoo warra gumaa

Na quunamuu barbaannan
@dameG7

✍. Damee Gaashahun
5,3600022
Kuusaa walaloo logo
Kuusaa walaloo

03. Feb. 2026, 19:31

Siif kanan bareessu
Walaloo jaalalaa
Onnee koo ol seente
Banattee balbalaa

Gaafa na gaafattu
Lixuudhaaf onnee koo
Homaayyuu sin dinne
Siif bane laphee koo

Atis lixxee teesse
Keessa onnee kootii
Onnee koo jaalalaa
Isa siif boraatii

Jaalala dhugaa malee
Hin qabu qoraattii
Gammachuudhaan teessa
Keessa onnee kooti


Na quunamuu barbaannan
@dameG7

✍. Dame Gashehun
5,5700035
Kuusaa walaloo logo
Kuusaa walaloo

16. Jan. 2026, 12:40

Dhageettif miira koo
Hunda kan too'attu
Oolmaa Kee kakaastee
Keessa koo moo'attu

Faana koo hordoftee
Kan na duukaa baatuu
Yaadaaf qalbii keetiin
Kan na faana taatuu

Gammachuu koof jettee
Gammachuu kan dhabdu
Kan anatti hiixattu
Waan of-harkaa qabdu

Rakkinaaf gadadoo
Ana ilaaltee obsita
Qaawwa qaama kooti
Jiruu keen golgita

Madaa qaama kootiin
Ofii kulkulfatta
Fayyummaa kee dhiistee
Anaaf dhukkubsatta

Utubdee na dhaabdee
Ofii gadi gugguufta
Anaan ol na qabuuf
Bakka meeqatti kufta

Kan kee dubbatamee
Yoomuu hin xumuramu
Faayila kamiinuu
Takka hin guduunfamu

An jecha illee hin qabu
Waan ittiin si ibsuu
Fayyummaa kee eege
Waaqni si'aa tiksuu

Argaa keenya qofaan
Jiruun kan toluufii
Kuma nuuf jiraadhu
Harmee bara quufii!!!!

Baga geesse haadhakoo ❤️
HMD🥰


Na quunamuu barbaannan
      @dameG7

✍. Damee Gaashahun
5,6900036
Kuusaa walaloo logo
Kuusaa walaloo

31. Dez. 2025, 11:25

Murmurteetu facaaste
Morma xaafii Bakaree
Guggubdeetu nawaadde
Obsa maaliin qabaree

Yommuun gaarii si gorsu
Ati hammeenya yaadda
Yeroo nabira geessu
Dhukkuba malee aadda

Ana jaalalaaf dhimmu
Wan-badeedhaan madaaltee
'Sin jaalladha!' naan jechaa
Garaa keessa na haalte
Namarraa dhalachuu koo
Akkamitti wallaalte?

Kan narraa galagalte
Gaafa rakkoof gidiraa
Ammoo maal hojii dhufte
Maal barbaadde na biraa?
Daf adeemi karaakee
Cimsii hidhu garaakee


Na quunamuu barbaannan
@dameG7
5,9100026
Kuusaa walaloo logo
Kuusaa walaloo

24. Dez. 2025, 23:27

Aariin sitti baay'atee
Yoo miiccee si qulleesse
Uleen yaadaaf yaaddoo
Tumee yoo si bulleesse

Obsaan borii kee yaadii
Hirriba abdii mugii
Beeloftus abdii nyaadhu
Dheebottus abdii dhugii

Dura kee akka jiru
Guyyaan gammachuu addaa
Yaaddee rakkina har'aa
Obsaan dabarsuu qabda

Gufuufi muudannoo baay'een
Yoo fagaachuu dide sumarraa
Galma gahuu kee murteeffadhu
Dirqama kee geessaa dhumarra!

Takka kufaa takka ka'aa
Rakkoo hedduu argitee
Sichittis abdii hin kutin
Ni jiraattaa darbitee


Na quunamuu barbaannan
@dameG7
5,7500022
Kuusaa walaloo logo
Kuusaa walaloo

14. Dez. 2025, 23:52

Gaafa ollaan kolfee
Waa'ee koo gungumu
Inni isheedhaaf maali
Jechaa lafa tumu

Yeroo maatiin manaa
Lola sitti kaasu
Maal keeti gurbichi
Jedhee sitti hasaasu

Yoo namni martillee
Gaaffiidhaan si qoru
Deebiin si rakkisee
Maalif kan si dhoru?

Moo na irraanfatteree
Maalkee akkan ta'e
Siif jecha fira koo
Keessaa akkan bahe

Situ anaaf waan hunda
Miti qarshiif horii
Fuuldurri koo ifa
Egereen koo borii

Jedheen abdii qaba
Hawwii bara dheeraa
Miidhamakoo hin laalu
Irraa baradheera

Garuu waan si gaaffa
Ati akkam maal yaadda
Jaalallee kee ta'uun
Ulaagaa barbaadaa?

Beekta waliin turre
Ammas an si waliin
Utuu ilaaltuu sobdee
Cubbuu keessa hin galin

Iyyee si waamullee
Feetu suuta ejjetta
Anaaf maal moggaastee
Eenyudha naan jettaa


Na quunamuu barbaannan
         @dameG7
5,4400034

Showing 30 of 31 posts

Rating

Login required

Frequently Asked Questions

Worum geht es im Telegram-Kanal Kuusaa walaloo?+

Kuusaa walaloo (@httkuusawalaloo) ist ein Telegram-Kanal in der Kategorie Pinay Inhalte auf tgdio. Ranking, Bewertungen, Reviews und aktuelle Posts helfen vor dem Abonnieren. Aktuell etwa 20.877 Abonnenten auf tgdio.

Wie trete ich Kuusaa walaloo (@httkuusawalaloo) auf Telegram bei?+

Öffnen Sie das Profil auf tgdio und nutzen Sie Join / Open in Telegram, um @httkuusawalaloo kostenlos zu abonnieren.

Ist Kuusaa walaloo ein guter Pinay Inhalte-Kanal?+

Auf tgdio können Sie Bewertung, Reviews, Ranking und Posts von Kuusaa walaloo prüfen. Aktuell etwa 20.877 Abonnenten auf tgdio. Vergleichen Sie mit ähnlichen Pinay Inhalte-Kanälen.

Wo sehe ich Stats und Beiträge von Kuusaa walaloo?+

Auf tgdio öffnen Sie @httkuusawalaloo für Abonnenten-Stats, Ranking, Bewertungen und Posts. Stats zeigt Wachstum.